Tajaajila Wabii Baankii
Tajaajilli kan kanneen akka sanada caalbaasii, wabii kaffaltii duraa, wabii raawwii hojii, hojii daldalaatiif wabii liqii kennuu fi kkf. Haaluma kanaan baankichi biyya keessaa fi biyya alaatti Wabii baankii fudhatama qaban ni kenna.