Tajaajila sharafa Biyya Alaa

Dameewwan Baankii Intarnaashinaalii Oromiyaa Nootii sharafa biyya alaa gurguddoo bituu fi gurguruuf baankii biyyoolessa Itiyoophiyaa irraa heeyyama qabu.

  • Doolaara Amerikaa
  • Yuuroo
  • Paawondii Isterlingii

Shara biyya alaa kanatti aansanii jiran ni dhiyeessina

  • Imala Biizinesiin waliin walqate
  • Deemsa boqonnaa(vacation)
  • Deemsa Yaalaa