Tajaajila Baankii Moobaayilaa
Tajaajilli Baankii Moobaayilaa maamiltoonni baankichaa bilbila moobaayila isaanii fayyadamuudhaan maallaqa isaanii yeroo fi bakka barbaadanitti akka sochoosaniif kan isaan gargaaru tajaajila baankii moobaayilaati tajaajila baankii moobaayilaa argachuuf gara #840* fayyadamaa.