Tajaajila Baankii Interneetii
Maamiltoonni keenya biyyoota addunyaa kamirrayyuu taa’anii baankii interneetii keenya fayyadamuun herrega isaanii sochoosuu kan dandeessisudha. Maqaan addaa tajaajila baankii interneetii keenyaa” OroClick” jedhamuun beekama.