Tajaajila Faayinaansii Investimentii Waliinii Irratti Hundaa’e

 Tajaajila Faayinaansii Musharakaah

Tajaajilli faayinaansii ‘musharakaah’ kun bu’uura waliigaltee baankii fi maamilli dursanii taasisaniin qaamoleen lameenuu ykn baankii fi maamilli dhibbentaa kaaphitaala isaaniitiin hojii shariikummaadhaan investimentii hojjetamudha.

Faayidaa fi amala addaa tajaajila kanaa

  • Hojiilee seera sheriyaatiin heeyyamame qofaa irratti hirmaata.
  • Bu’aan argamu kan qoodamu bu’uura waliigaltee dursaniin godhaniin(mallatteessaniin)dhibbentaa itti waliigalaniin ta’a.
  • Kisaaraan immii dhibbentaa kaaphitaappitaala walitti buusaniin ta’a.
  • Hojii dhaabbataa waloo kana keessatti baankii fi maamilli dhimmi hojii ilaalchisee kallattiinis ta’e al-kallattiin murtee keessatti hirmaachuuf mirga qabu.
  • Baankiin shariikummaa hanga dhumaatti hin qabaatu abbummaa shariika isaatiif dabarsaa (gurguraa) kan deemu ta’a.
  • Tajaajila ifaa fi saffisaa ta’e hojjettoota baankichaa irraa ni argatu.
  • Sadarkaa invetimentichi irra ga’e yeroo yeroon madaaluu fi xiinxaluu ni danda’u.

Mudarabah (Joint- Venture)

Mudarabah is a joint-venture between owner of capital (Rab-ul-Maal) and an entrepreneur (Mudarib) who provides the expertise knowledge.

Unique Features and Benefits of Mudarabah

  • Participating on sharia compliant working activities;
  • Loss is covered as per capital contribution;
  • The ratio of profit distribution must be agreed at the time of execution of the contract;
  • Fast and clear advisory service from trained professional experts;
  • Periodical disclosure of performance of the investment.