Odeefannoo Tajaajila Baankii Biyya keessaa

Baankiilee Idil-Addunyaa Baankii keenya waliin hojjetan(Correspondent Banks) Baankiin Itarnaashinaalii Oromiyaa Baankilee bebbeekamoo sadarkaa addunyaa jiran waliin walitti hidhatee herrega bane hejjechaa jira. Yeroo ammaa Amerikaa,Awurooppaa,Giddugaleessa bahaa Eeshiyaa fi Afirikaatti kan argaman baankota 7 waliin herrega baankii qabu. Baankiwwan 120 waliin waliin qaphii sharafa biyya alaa(RAM) ni taasisa.