Tajaajila Faayinaansii Istisnaa
Tajaajila Faayinaansii Istisnaa
Tajaajilli faayinaansii kun maamiltoota oomisha Industirii ykn gamoowwan ijaarsi isaanii xumurame bitachuuf gaaffii dhiyeessaniif akkaataa ajaja maamiltichaatiin baankichi oomishiisuun ykn immoo qaamota hojii ijaarsaa irratti bobba’aniin ijaarsisuun maamiltichaaf gurgurtaa harkaa harkaatiin ykn liqaadhaan kan dabarsu yeroo ta’u dhaabbata oomishu ykn ogeessota ijaarsa irratti bobba’an waliin walii galtee uumuudhaan maallaqa dheedhiin faayinaansii gochuu ni danda’a.