Herrega Sooramaa Waadi’aa
Herregni qusannoo kun namni kamiyyuu bane yeroo dheeraadhaa qusachuun sooramaan yeroo hojii irraa geggeefamu ykn sababa umurii yeroo hojii dhaabu herrega qusannoo itti fayyadamudha. Herregni qusannoo kun seera Sheriyaa giddugaleessa kan godhate ta’a.