Herrega Socho’aa Amana
Amaanaa
Tajaajila herrega socho’aa amaanaa jechuun maamilli kaawwatu nagummaa maallaqasaatiif baankiin wabii wabii kan kennu yemmuu ta’u maamilli maallaqa isaa yeroo barbaadu hunda ykn gar-tokkeen baafachuu kan dandeessisudha.