Siinqee: Herrega Qusannaa Dubartootaa

Siinqee – Herrega Qusannaa Dubartootaa

 

  • Herrega kana banachuuf umriin hindaangessu;shamarran waggaa 18 gadiis karaa maatii isaanii banachuu ni danda’u.
  • Waloon ykn dhuunfaan banachuun ni danda’ama.
  • Herregni kun tajaajila kana qofaaf kan qophaa’e Dabtara qusannoo fi kaardii kaffaltiin socho’a
  • Herrega kana qarshii malees banuun kan danda’amu yoo ta’u, guyyaa baname irraa kaasee hanga ji’a tokkoo gidduutti qusannaan jalqabamuu qaba.
  • Qusannaa idilee irraa kan adda isa taasisu dhala addaa qabaachuu isaati.
  • Tajaajila baankii moobaayilaa fi interneetiin fayyadamuun kan danda’amu yoo ta’u, qarshii yeroo fi hanga barbaadan baafachuun ni danda’ama.
  • Ji’a ji’aan ibsi baankii kaffaltii malee ni qaqqaba
  • Yeroo barbaadametti hanga maallaqaa barbaadan baasii gochuun ni danda’ama