Herrega faayidaan addaa itti herregamu

Herrega qusannoo dhala irratti dhalli itti herregamudha.

  • Maamiltoonni filataman dhala olka’aa kan itti argatan yeroo ta’u maamila tursiisuuf akkasumas maamila haaraa ittiin horachuuf kan dandeessisudha.
  • Fayyadamaa carraa kanaa ta’uudhaaf maamilli dhuma waggaa irratti yoo xiqqaate qarshii 1,000,000 fi isaa herrega irraa qabaachuu qaba.
  • Gara fuula duraatti maamiltoota kanaaf waa’ee herrega isaanii ragaan kan kennamuufi hanga faayidaa addaa argatan ergaa gabaabaan isaan qaqqaba.