Herrega Qusannaa Cheekiin socho’u

Herrega qusannoo cheekiin socho’udha, Baankota biro birattimmoo herrega kuufama makaa jedhamuun beekama.

Amaloota bu’uuraa tajaajilichaa

  • Herrega kuufamaa cheekiin socho’uu fi dhalli itti herregamudha,
  • Maamilli dhalli itti herregamaafii qarshii isaanii cheekiin sochoosuu ni danda’u,
  • Herregicha banachuu fi sochoosuudhaaf kuufamni murtaa’aan jiraachuu qaba,
  • Dhalli kan herregamu nuusa waggaatiini.
  • Hangi qarshii herregicharra jiru hanga murtaa’ee gadi yoo ta’e adabbii ni qabaata
  • Abbaa herregichaaf ibsi sochii maallaqaa ji’a ji’aan ni kennama.
  • Abbaa herregichaaf dabtarri hin kennamu.