Hayyuu -Herrega Qusannaa Barnootaa
Hayyuu -Herrega Qusannaa Barnootaa
Herregni qusannaa addaa kun barattoonni barmoota olaanaa (kolleejjii ykn yunivarsiitii) barachuuf ykn ‘cost share’ kaffalluuf kan qusatan irraa bifa liqiin argachuuf isaan fayyada.
Herrega kana irratti dhalli kan herregamu haala idileetiin. Namni herrega kana banatu galii dhaabbataa qabaachuu qaba. Liqiin kan kennamu akkaataa imammata liqii baankichaatti qabsiisni(collateral) dhiyaachuu qaba.