Herrega Miindaa

Herregni mindaa kan qophaa’e karaa baankiin nama dhuunfaa fi dhaabbileef kaffaltii mindaa raawwachuuf herrega qusannoo gargaarudha.

Tajaajiloota ijoo herrega mindaa

  • Kaffaltii tokko malee kaardii ATM hojjechiifachuu.
  • Baankiin hojjettootaaf ji’ati al tokko qofaa kaffaltii raawwachuu danda’a.
  • Abbaan herregichaa haaldureewwan kanatti aanan hordofuun qarshii taa’e irraa 200% dhalli mijaa’uufii ni danda’a
  • Inni/Sheen yoo xiqqaate waggaa tooko qusachuu fi qarshiin qusatame 20,000(kuma digdama) qaqqabuu qaba.
  • Baanikichi taa’e fayyadamuu fi qaamni qaxare akkaataa seera baankiitiin qabeenya dhaabbataa wabummaa qabsisuu qaba.
  • Hangi qarshii liqaan kennamuu miindaa qaxaramaa tokko sadaffaa qofaa kan kennamu yoo ta’u haata’u malee waliingalaan hanga maallaqa taa’ee 200% kan caalu ta’uu hin qabu.
  • Hangi turtii liqaa yoo baay’ate waggaa 10 ta’uu danda’a.