Herrega furmaata Investmentii

Herregni furmaata investmentii jechuun karoora qusattoonni ivestimentii isaanii bakkaan ga’uuf banamu yeroo ta’u herregni qusannoo furmaata investimentii faayidaa adda ta’ee fi yeroo murtaa’e qofaafi.

  • Maamilli yeroo daangeffame dura maallaqa isaa fudhachuu yoo barbaade haala waliigaltee isaatiin ykn adabbiin jechuun maallaqni gaafa baasii ta’ee kaasee dhala hin qabaatu.
  • Qusannoo idilee irraa hangi dhalaa adda ta’uu mala.

Amaloota bu’uuraa herregichaa

  • Herrega kana ayyaanotaaf,yeroo boqonnaaf yookaan dhimmi biraaf kan qusatamu yemmuu ta’u abbaan herregichaa herrega kana banuudhaan dhimmoota kana jechuun karoora pirojectii, boqonnaa, imala cidha yookaan eebba fiixaan baafachuuf herrega banamudha.
  • Herrega nama dhuunfaan ykn gareen socho’udha
  • Herregichi yeroo jalqaba banamu baankiin hojii adda baasuu hojjechuu qaba.
  • Qusannoon idilee Guyyaa,Torbaniin ykn Baatiin, ta’uu danda’a
  • Daangaa yeroo taa’een ala maamilli maallaqa baasii gochuu hin danda’u
  • Yeroon isaa gaafa ga’u maamilli maallaqa isaa dhala isaa wajjin fudhachuu danda’a.