Herrega Socho’aa
Herrega socho’aa ykn Cheekii jedhamuun kan beekamu namoota barreessuu fi dubbisuu danda’aniin kan banamu ykn bakka bu’insa seeraa qaama qabuun kan banamuu fi kan socho’udha
Yeroo baay’ee qarshiin kan baasii ta’u cheekii baankiin abbaa herregaa sanaaf kenneen yeroo ta’u yeroo tokko tokko ajaja barreefamaa abbaa herregichaatiin ta’a.