Hayyuu – Herrega Waadi’aa Barnootaa
Herregni qusannaa addaa Kun barattoonni barmoota olaanaa (kolleejjii ykn yunivarsiitii) barachuuf ykn ‘cost share’ kaffalluuf kan qusatan irraa bifa liqiin argachuuf isaan fayyada. Namni herrega kana banatu galii dhaabbataa qabaachuu qaba. Liqiin kan kennamu akkaataa imammata liqii baankichaatti qabsiisni(collateral) dhiyaachuu qaba. Tajaajilli kun seera Sheriyaa giddugaleessa godhatee kan raawwatu ta’a.