Ergaa Baankii

  • Baankiin keenya heeraa fi seera qaama to′atuu hordofee tajaajila baankii idilee guutuu fi seera Sheriyaa eegee tajaajila baankii dhala irraa bilisaa ni kenna.
  • Baankiin keenya fedhii abbootii Aksiyoonaa, Hojjettootaa fi Dhimmamtootaa guutuuf cimee ni hojjeta.
  • Tajaajila baankii elektiroonikii tekinolojii ammayyaan deggerame ni kenna.