Manaajimantii Baankii

Obbo Tafarii Makonnin
(Hoji Raawwachiisaa Olaanaa )
Digirii lammaffaa ‘Executive MBA’ fi Digirii jalqabaa Akkaawuntingiin
Muuxannoo Hojii waggaa 23.

Obbo Waldee Bultoo
(Ofiisera Olaanaa, Riteelii fi Tajaajila Baankii Intarpiraayizoota Giddugaleessaa fi Xixiqqaa)
Digirii lammaffaa ‘Msc in International Economics’ fi Digirii jalqabaa Ikonoomiksiin
Muuxannoo Hojii waggaa 22.

Obbo Jootee Qanaatee
(Ofiisera Olaanaa- Tarsiimoo Fi Bulchiinsa Tiraanisfoormeeshinii)
Digirii lammaffaa Bulchiinsa Biizinesii(Faayinaansii) fi Digirii jalqabaa Akkaawuntingiin
Muuxannoo Hojii waggaa 14.

Obbo Fayisal Yaasiin
(Ofiisera Olaanaa, Korporeet Baaningii fi Daldala Idil-Addunyaa)
Digirii lammaffaa Maarkeeting Manaajimentiin fi Digirii jalqabaa Ikonoomiksiin
Muuxannoo Hojii waggaa 14.

Obbo Galataa Beekumaa
(Offiisera Olaanaa, Infiraastiraakcherii fi Tajaajila Tekinolojii, Odeeffannoo)
Digirii lammaffaa Bulchiinsa Biizinesii fi Digirii jalqabaa Manaajimentii, Sirna Odeeffannoon
Muuxannoo Hojii waggaa 18.

Obbo Birhaanuu Eda’ee
(Hoogganaa Olaanaa, Odiitara Olaanaa Keessaa)
Digirii lammaffaa Bulchiinsa Waliigalaa fi Maarkeeting Manaajimentiin
Muuxannoo Hojii waggaa 20.

Obbo Katamaa Mangashaa
(Hogganaa Olaanaa, To’annaa Hoormaa fi Kompiliyaansii)
Digirii lammaffaa Misoomaa Ikonoomiksii fi Digirii jalqabaa Akkaawuntingii, Faayinaansii fi Misoomaa Ikonoomiksiin
Muuxannoo Hojii waggaa 24.

Obbo Alamaayyoo Demisee
(I/A Ofiisera Olaanaa- Tajaajila Korporeetii)
ACCA fi Digirii jalqabaa Akkaawuntingiin
Muuxannoo Hojii waggaa 21.

Obbo Tasfaayee Dheeressaa
(I/A Ofiisera Olaanaa, Bulchiinsa Oppireeshinii Liqii)
Digirii jalqabaa Akkaawuntingiin
Muuxannoo Hojii waggaa 21.

Obbo Galaanaa Lataa
(I/A Eeggataa Ofiisera Olaanaa, Qabeenya Humna Namaa)
Digirii lammaffaa Bulchiinsa Biizinesii, Digirii jalqabaa Manaajimentii fi Bulchiinsa Hawaasaan
Muuxannoo Hojii waggaa 24.

Obbo Balaay Baayisaa
(I/A Eeggataa Ofiisera Olaanaa, Maarkeetingii fi Hariiroo)
Digirii lammaffaa Bulchiinsa Biizinesii, Digirii lammaffaa Barnoota Aadaa fi Afaan Sabdaneessaa fi Digirii jalqabaa Afaanii fi Og-barruu/Aadaa fi Kominikeeshinii
Muuxannoo Hojii waggaa 14.

Obbo Daanyaachoo Nagaash
(Daayirekteera – Tajaajila Seeraa)
Digirii lammaffaa fi jalqabaa Seeraan
Muuxannoo Hojii waggaa 14.

Obbo Tashitee Suleemaan Shuttee
(Daayirekteera – Baankii Dhala irraa Bilisaa)
Digirii jalqabaa Manaajimentii fi Dipiloomaa Akkaawuntingiin
Muuxannoo Hojii waggaa 17.

Obbo Warquu Lammaa
(Gorsaa Pirezidaantii)
Digirii lammaffaa Bulchiinsa Biizinesii, Digirii jalqabaa Manaajimentii fi Bulchiinsa Hawaasaan
Muuxannoo Hojii waggaa 24.

Obbo Fatii Hajii
(Daayirekteera-Ammayyeessaa Odeeffannoo Tekinolojii)
Digirii lammaffaa Bulchiinsa Biizinesii fi Digirii jalqabaa Istaatistiksiin
Muuxannoo Hojii waggaa 30.

Obbo Indaalee Fooyyee
(Daayirekteera-Opireeshinii fi Deggersa Distiriiktii)
Digirii lammaffaa Bulchiinsa Biizinesii fi Digirii jalqabaa Bittaa fi Bulchiinsa Dhiyeessiin
Muuxannoo Hojii waggaa 25.

Obbo Taaxeq Nagaasaa
(Daayirekteera-Tajaajila Baankii Elektiroonikii)
Digirii lammaffaa ‘software Engineering’ fi Digirii jalqabaa Sirna Odeeffannoon
Muuxannoo Hojii waggaa 18.

Obbo Habtaamuu Gammachuu
(Daayirekteera- Hordoffii Liqii fi Dandamannaa )
Digirii lammaffaa Bulchiinsa Biizinesii fi Digirii jalqabaa Akkaawuntingiin
Muuxannoo Hojii waggaa 17.

Obbo Caalaa Dirribaa
(Daayirekteera- Jijjiiramaa fi Bulchiinsa Pirojektii)
Digirii lammaffaa Bulchiinsa Biizinesii fi Digirii jalqabaa Manaajimentii Biizinesiin
Muuxannoo Hojii waggaa 12.

Obbo Mikiyaas Boggaalee
(Daayirekteera- Akkaawontingii fi Tireezharii)
Digirii jalqabaa Faayinaansii fi Misooma Ikonoomiksiin
Muuxannoo Hojii waggaa 16.

Obbo Zallaqee Beenyaa
(Daayirekteera-Sirna Odeeffannoo Tekinolojii fi Oppireeshinii)
Digirii jalqabaa ‘Computer Engineering’
Muuxannoo Hojii waggaa 13.5

Obbo Gaaddisaa Gurmuu
(Daayirekteera-Tajaajila Baankii Idil-Addunyaa)
Digirii jalqabaa ‘Ikonoomiksiin’
Muuxannoo Hojii waggaa 10