Notice for Shareholders who have not yet reported their Decision

Notice for Shareholders who have not yet reported their Decision

 

Dear Respected Shareholders, you are humbly requested to come to OIB Headquarter or outlying branches to

notify your decision on dividend of 2019/2020 before January 31, 2021.

Peoples Bank!

Abbootii Aksiyoonaa armaan dura Dhiyaatanii Murtii isaanii hin Beeksisneef

Kabajamtoota Abbootii Aksiyoonaa,

Hiree bu’aa bara 2019/20 argattan ilaalchisee Amajjii 31, 2021 A.L.Atti dura Waajjira Muummee Baankii keenyaatti

argamuun ykn gara Damee Baankii keenyaa isinitti dhihoo jiru deemuun murtii keessan akka beeksistan kabajaan

isin gaafanna.

Baankii Ummataa!

ከአሁን በፊት ቀርበዉ ወሳኔአቸዉን ላላሳወቁ ባለ አክሲዮኖች የተላለፈ መልዕክት

የተከበራችሁ ባለ አክሲዮኖች፣ የ2019/20 እ.ኤ.አ የትርፍ ድልድልን በተመለከተ ከጥር 31 ቀን 2021 እ.ኤ.አ በፊት በባንካችን

ዋና መ/ቤት በመገኘት አልያም በአቅራቢያችሁ ወደሚገኝ የባንካችን ቅርንጫፍ በመሄድ የራስዎን ዉሳኔ እንዲታሳዉቁ በአክብሮት

እንጠይቃለን፡፡

የህዝብ ባንክ!

Leave a Reply

Your email address will not be published.